Amaaqeexa
Appearance
| ?Amaaqeexa | ||||||||||||||
|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
| odeeffannoo saayinsaawaa | ||||||||||||||
| ||||||||||||||
| "Acinonyx jubatus" (Linnaeus, 1758) | ||||||||||||||
Amaaqeexa hoosistuu Itoophiyaa keessatti argamudha .
Maalummaa saayinsaawaa bineensichaa
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Yeroo ammaa kana cita qaccee Cifa dhaabbatoo (Acinonyx) keessaa Amaaqeexaa qoftu jiradha. Miseensonni cita qaccee isaa yeroo dheeraaf badan biroo lafee irraa adda baafamaniiru.